Phaawulosii fi Barnaabaas Sargiwos Phaawulos dura dhaabatanii
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 12-14
Barnaabaasii fi Phaawulos Bakkawwan Fagoo Deemanii Namoota Barattoota Godhaniiru
Ariʼatamni cimaan isaan irra gaʼu iyyuu, Barnaabaasii fi Phaawulos namoonni garaa qajeelaa qaban Kiristiyaanota akka taʼan carraaqqii guddaa godhaniiru
Akaakuu namootaa hundaaf lallabaniiru
Barattoonni haaraan “amantiitti cimanii akka jiraatan” jajjabeessaniiru