LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Amajjii ful. 2
  • “Fedhiin Yihowaa haa Raawwatamu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Fedhiin Yihowaa haa Raawwatamu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ilaalcha Yihowaan Lubbuudhaaf Qabu Qabaadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Dhukkuba Daddarbaa fi Nama Jeequmsa Kakaasu Jedhamee Himatame
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • “Fayyinni Keessan Dhihaateera”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Phaawulos Qeesaaritti Ol Iyyate, Achiis Herodis Agriiphaa Mootichaaf Dhugaa Baʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Amajjii ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 21-22

“Fedhiin Yihowaa haa Raawwatamu”

21:8-14

Phaawulos bakka rakkinni isa irra gaʼu, jechuunis gara Yerusaalem akka deemu isa geggeessaa kan ture, hafuura qulqulluu akka taʼe isatti dhagaʼameera. (HoE 20:22, 23) Kanaaf, yommuu Kiristiyaanonni garaa qajeelaadhaan kakaʼanii akka hin deemne isa kadhatan, “Maaliif boossanii ejjennoo koo laaffisuuf yaalii gootu?” jedhee isaaniif deebise. (HoE 21:13) Nutis obboloonni Yihowaa tajaajiluuf jecha fedhii ofii isaanii aarsaa godhan, tajaajila isaanii akka dhiisan isaan sossobuuf yaalii hin goonu.

Haalawwan armaan gadii keessatti murtoo Kiristiyaanni tokko godhe laaffisuu mannaa cimsuu kan dandeenyu akkamitti?

  • Obboleessi tokko foddaa yommuu qulqulleessu

    Nama caalaatti Yihowaa tajaajiluuf jecha, hojii miindaa gaarii isaaf argamsiisu dhiisee hojii gad aanaa hojjechuuf filate

  • Hiriyoonni gaaʼelaa tokko gaariitti fayyadamanii biyya alaatti yommuu lallaban

    Nama bakka babalʼistoonni caalaatti barbaachisan deemee tajaajiluuf jecha, gumii isaa jijjiiruuf yaadaa jiru

  • Obboleessi qaroo dhabeessa taʼe haadha manaa isaa wajjin tajaajila irratti yommuu hirmaatu

    Nama utuma dhibee fayyaa qabuu tajaajila irratti hirmaachuuf carraaqqii cimaa godhu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi