LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Amajjii ful. 3
  • Dhukkuba Daddarbaa fi Nama Jeequmsa Kakaasu Jedhamee Himatame

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhukkuba Daddarbaa fi Nama Jeequmsa Kakaasu Jedhamee Himatame
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Phaawulos Qeesaaritti Ol Iyyate, Achiis Herodis Agriiphaa Mootichaaf Dhugaa Baʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Amajjii ful. 3
Ilmi obboleettii Phaawulos ajajaa kumaa tokkotti yommuu dubbatu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 23-24

Dhukkuba Daddarbaa fi Nama Jeequmsa Kakaasu Jedhamee Himatame

23:12, 16; 24:2, 5, 6, 10-21

Yihudoonni Yerusaalem keessa jiraatan Phaawulosiin ajjeesuuf ‘waliif kakatanii’ turan. (HoE 23:12) Haa taʼu malee, Yihowaan Phaawulos Roomaa dhaqee akka dhugaa baʼu barbaada ture. (HoE 23:11) Ilmi obboleettii Phaawulos daba isaanii kana dhagaʼee waan dubbateef, Phaawulos ajjeefamuu irraa ooleera. (HoE 23:16) Seenaan kun wantoota armaan gadii ilaalchisee maal si barsiisa?

  • Yeroo namoonni kaayyoo Yihowaa mormuuf yaalanitti

  • Karaa Waaqayyo nu gargaaruu dandaʼu

  • Ija jabina

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi