LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Amajjii ful. 5
  • Kuubeek Keessatti Hojichi Seera Biratti Beekamtii Akka Argatu Gochuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kuubeek Keessatti Hojichi Seera Biratti Beekamtii Akka Argatu Gochuu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Fakkeenyota Gaarii Irraa Barachuun Koo Eebba Hedduu Naaf Argamsiiseera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Labsitoonni Mootummichaa Mana Murtiitti Iyyatan
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Amajjii ful. 5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Kuubeek Keessatti Hojichi Seera Biratti Beekamtii Akka Argatu Gochuu

Qeesaar, loltuu warra Roomaa fi Phaawulos

Phaawulos yommuu murtii duratti dhiheeffamee turetti Qeesaaritti ol iyyateera. Mirga lammii Roomaa taʼuudhaan qabutti fayyadamuudhaan fakkeenya nuuf taʼeera. Viidiyoo Kuubeek Keessatti Hojichi Seera Biratti Beekamtii Akka Argatu Gochuu jedhamu ilaaluudhaan, obboloonni keenya Kuubeek keessatti argaman misiraachichaaf falmuuf jecha mirga seerri isaaniif kennetti akkamitti akka fayyadaman hubadhaa. Achiis gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa:

Dhugaa Baatota Yihowaa bara 1940mmaniitti Kuubeek keessa turan; tiraaktii addaa; obboleessi tokko yeroo hojiin isaanii dhorkamee ture dirree irratti yommuu haasaa kennu; obboleessa keenya Eemii Buushee
  • Rakkoowwan obboloota keenya Kuubeekitti argaman irra gaʼan kamfaʼi?

  • Tiraaktiin addaa isaan raabsanii turan kami dha? Buʼaan isaa hoo maali ture?

  • Wanti obboleessa keenya Eemii Buushee irra gaʼee ture maali dha?

  • Manni Murtii Ol Aanaa Kaanaadaa obboleessa keenya Buushee irratti murtoo akkamii dabarse?

  • Obboloonni mirga seeraa yeroo baayʼee hin argamne kamitti fayyadamanii turan? Kun hoo buʼaa akkamii argamsiise?

  • Poolisiin tokko ajaja qeesii tokkootiin walgaʼiin Dhugaa Baatota Yihowaa akka addaan citu yommuu godhetti maaltu raawwatame?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi