LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 8
  • Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Tajaajiltoota Mootummichaa Leenjisuu
    Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Hojii Lallabaa Isaaniitiif kan Leenjifaman Akkamitti?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaatti Barachuuf Fedhii Qabdaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa

BARBAACHISAA KAN TAʼE MAALIIFI? Yihowaan inni Barsiisaa Guddicha taʼe barumsa hunda irra caalu kenna. Kaffaltii tokko malee, akkamitti jireenya keenya fooyyessuu akka dandeenyuu fi yeroo gara fuulduraa dinqisiisaa taʼeef akkamitti qophaaʼuu akka dandeenyu nu barsiisa! (Isa 11:6-9; 30:20, 21; Mul 22:17) Kana malees barumsa Isa biraa argamuun, Yihowaan ergaa lubbuu namootaa baraaru labsuu irratti akka hirmaannu nu qopheessa.—2Qo 3:5.

KANA GOCHUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?

  • Amala gad of qabuu fi garraamummaa guddifadhaa.—Far 25:8, 9

  • Kutaawwan barattootaa walgaʼii torban gidduutti goonu irratti dhihaatan dabalatee, leenjii Yihowaan yeroo ammaatti kennaa jiru irraa fayyadamuuf carraaqqii godhaa

  • Galmawwan hafuuraa baafadhaa.—Flp 3:13

  • Gaʼumsa leenjii dabalataa argachuuf isin barbaachisu qabaachuuf aarsaa kaffalaa.—Flp 3:8

VIIDIYOO BARUMSA YIHOWAATIIN KARAA HAFUURAA BADHAADHINA ARGACHUU JEDHAMU ILAALAA, ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Babalʼistoonni tokko tokko Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa irratti hirmaachuuf rakkoowwan akkamii moʼaniiru?

  • Manni Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa leenjii akkamii kenna?

  • Obboloonni mana barumsichaa irraa eebbifaman miseensota gumii iddoo haaraa isaan itti ramadaman jiran irraa gargaarsa akkamii argataniiru?

  • Ulaagaaleen Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa irratti hirmaachuuf barbaachisan kamfaʼi? (kr 213-214)

  • Jaarmiyaa Yihowaa keessatti leenjii kan biraa akkamii argachuuf carraaquu dandeessa?

Barattoota Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa irraa eebbifamanii fi Naamiibiyaa, Noorweeyi, Yunaayitid Isteetisii fi Jaappaan keessa tajaajilan

Barumsa Waaqayyo irraa argamu hordofuudhaan eebbawwan akkamii argachuu dandeessu?

LEENJIIWWAN TIʼOOKRAASII FAAYIDAA IRRAA ARGADHE

  • Walgaʼii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa

  • Mana Barumsaa Qajeelchitootaa

  • Mana Barumsaa Tajaajila Mootummaa

  • Mana Barumsaa Jaarsolii Gumii

  • Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa

LEENJII TI‵OOKRAASII AKKAMII ARAGACHUUFAN CARRAAQAA JIRA?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi