LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 9
  • Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gamoowwan Barsiisaa Keenya Guddichaaf Ulfina Fidan
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
  • Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaatti Barachuuf Fedhii Qabdaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Barumsa Waaqayyoo Irraa Argamu Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Qajeelchitootaaf Manni Barumsaa Akkamii Qophaaʼeera?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 9

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | WAGGAA TAJAAJILAA ISA HAARAATTI GALMA BAAFADHAA

Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa

Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa (SKE) galtanii barachuuf hamma haalli isinii mijatutti eeguun isin hin barbaachisu. Hirmaachuuf wanti caalaatti barbaachisaa ta’e bilchina hafuuraa qabaachuu fi bakka jaarmiyaan Yihowaa itti isin ramadu deemuuf fedhii qabaachuu dha.—Isa 6:8.

VIIDIYOO BALBALA HOJII AMANTIIDHAAN HOJJETAMUUTTI SEENAA—FOORMII MANA BARUMSAA LABSITOOTA WANGEELA MOOTUMMICHAA GUUTAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo “Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Foormii Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa Guutaa” jedhamu irraa fudhatame. Gaabri’eel eebba Yihowaan isaaf kenne irratti xiinxalaa jira.

    Gaabri’eel mamiin kan isatti dhaga’ame maaliif ture? Filiphisiyus 4:13 irratti xiinxaluudhaan kan fayyadame hoo akkamitti?

SKE galuuf galma qabda yoo ta’e jaarsolii haasofsiisi. Isaanis mana barumsaa kana irratti hirmaachuuf wanta si irraa eegamu sii wajjin mari’achuu danda’u.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi