LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Caamsaa ful. 4
  • ‘Qoree Foon Phaawulos Waraanu’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Qoree Foon Phaawulos Waraanu’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dadhabina Qabaataniyyuu Humna Argachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Caamsaa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 QORONTOS 11-13

‘Qoree Foon Phaawulos Waraanu’

12:7-10

Kitaaba Qulqulluu keessatti qoreen yeroo baayʼee fakkeenyaan itti hojjetama. Namoota ykn wantoota nama jeeqanii fi miidhaa geessisanii argisiisuuf kan itti hojjetame taʼuu dandaʼu. (Lak 33:55; Fak 22:5; His 28:24) Phaawulos waaʼee ‘qoree foon isaa waraanu’ yeroo barreessu, ergamoota sobaa ykn namoota kan biroo inni ergamaa akka hin taane dubbatanii fi hojii isaa morman ibsuuf taʼuu dandaʼa. Caqasawwan armaan gadii ‘qoreen foon Phaawulos waraanu’ maal taʼuu akka dandaʼu argisiisu?

  • Phaawulos ergamaan mataa isaa qabatee jira

    HoE 23:1-5

  • Gal 4:14, 15

  • Gal 6:11

‘Qoreen foon keessan waraanu’ maali dha?

Jabaattanii dhaabachuuf Yihowaatti amanamuu kan dandeessan akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi