LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Waxabajjii ful. 2
  • “Diraamaa Fakkeenyaan Ibsamee” fi Hiika Inni Nuuf Qabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Diraamaa Fakkeenyaan Ibsamee” fi Hiika Inni Nuuf Qabu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Mootummaa Lubootaa” Ni Taatu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Yihowaan Kakuu Haaraan Akka Hundeeffamu Dursee Raajii Dubbateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Waxabajjii ful. 2
Aggaarii fi Saaraa duuba fakkiin aarsaan yeroo mana qulqullummaa keessatti dhihaatu, barattoonni lallabanii fi barattoonni yommuu kitaabni maramaan dubbifamu dhaggeeffatan argisiisu jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | GALAATIYAA 4-6

“Diraamaa Fakkeenyaan Ibsamee” fi Hiika Inni Nuuf Qabu

4:24-31

Phaawulos ergamaan “diraamaa fakkeenyaan ibsame” kanatti fayyadamee, kakuu haaraan kakuu Seerichaa irra baayʼee akka caalu ibseera. Ilmaan namootaa geggeessaa jaalala irratti hundaaʼe isa Kiristoosii fi warra isaa wajjin dhaalan jalatti, abdii cubbuu, mudaa, dhiphinaa fi duʼa irraa bilisa taʼuu qabaatu.—Isa 25:8, 9.

AGGAAR—DUBARTII GARBITTII TAATE

Kakuu Seerichaa jalatti magaalaan guddoo Israaʼel foonii Yerusaalem turte

“IJOOLLEE” AGGAAR

Yihudoonni (warri kakuu Seerichaatiif ajajamuuf waadaa galan) Yesuusiin ariʼataniiru, akkasumas isa tuffataniiru

KAKUU SEERICHAATIIF GARBOOMUU

Seerichi Israaʼeloonni foonii garboota cubbuu akka taʼan kan isaan yaadachiisu ture

SAARAA—DUBARTII BILISA TAATE

Yerusaalem ishii olii, jaarmiyaa Waaqayyoo kutaa isa samii irraa

“IJOOLLEE” SAARAA

Kiristoosii fi Kiristiyaanota hafuuraan dibaman 144,000

KAKUU HAARAAN BILISUMMAA ARGAMSIISA

Faayidaa aarsaan Kiristoos qabu irratti amantii qabaachuun garbummaa Seerichaa jalaa bilisa nu baasa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi