LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 2
  • Isa Moofaa Of Irraa Baasaatii Isa Haaraa Uffadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Isa Moofaa Of Irraa Baasaatii Isa Haaraa Uffadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Namummaa Moofaa Of Irraa Baastee Gatuu’ ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Erga Cuuphamtee Booda “Namummaa Haaraa” Uffachuu Kee Itti Fufi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Nama Akkamii Ta’uu Barbaadda?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Namummaa Haaraa Uffachuu fi Akkuma Uffanetti Itti Fufuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | QOLOSAAYIS 1-4

Isa Moofaa Of Irraa Baasaatii Isa Haaraa Uffadhaa

3:5-14

Obboleettiin takka kitaaba Gara Yihowaatti Dhihaadhu jedhamu Kitaaba Qulqulluu ishii wajjin erga dubbistee booda irratti xiinxalaa jirti

Yeroo dhugaa fudhattetti namummaa kee irratti jijjiirama guddaa gooteettaa? Yihowaan carraaqqii gootetti akka gammade mirkanaaʼaa taʼuu dandeessa. (His 33:11) Haa taʼu malee, amaloonni namummaa moofaa taʼan akka hin deebine gochuu fi amaloota namummaa haaraa argisiisuu itti fufuuf carraaqqii wal irraa hin cinne gochuun barbaachisaa dha. Wantoota fooyyessuu dandeessu hubachuuf gaaffiiwwan kanatti aananii jiraniif deebii kenni.

  • Nama na mufachiisetti haaloo nan qabadhaa?

  • Yeroon ariifadhee fi dadhabee jirutti illee obsa nan argisiisaa?

  • Yaadni naamusaan ala taʼe gara sammuu kootti yoo dhufe dafee of keessaa nan baasaa?

  • Namoota sanyii ykn lammii kan biraa qabaniif miira dogoggoraan qabaa?

  • Dhiheenya kana nama tokkotti karaa sirrii hin taaneen dubbadheeraa? Yookiin aarii koo utuu hin toʼatin hafeeraa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi