LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Adoolessa ful. 4
  • Mulʼachuu Isa Hamaa Sanaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mulʼachuu Isa Hamaa Sanaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Dammaqaa Eegaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Adoolessa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | 2 TASALONQEE 1-3

Mulʼachuu Isa Hamaa Sanaa

2:6-12

Phaawulos caqasoota kanneen irratti waaʼee maalii ibseera?

  • Kiristiyaanonni gantoota taʼan gumii Kiristiyaanaa jaarraa jalqabaa keessatti yeroo jeequmsa uuman

    “Dhowwaa” (lakk. 6)—Ergamoota taʼuu dandaʼa

  • ‘Mulʼachuu’ (lakk. 6)—Ergamoonni erga duʼanii booda Kiristiyaanonni gantoota taʼan fakkeessaa amantii fi barumsawwan sobaa isaanii babalʼisuu jalqaban

  • ‘Iccitii jalʼinaa’ (lakk. 7)—Bara Phaawulos jiraatetti “inni hamaan” eenyu akka taʼe namoonni hin hubanne

  • Geggeessitoonni amantii obboleessa Kitaaba Qulqulluu qabate jiru tokkotti yeroo dheekkaman

    ‘Isa hamaa’ (lakk. 8)—Yeroo harʼaa akka gareetti geggeessitoota amantii Saba Kiristiyaanaa argisiisa

  • ‘Gooftaan Yesuus yeroo argamuu isaatiin mulʼatutti [isa hamaa sana] ni dhabamsiisa’ (lakk. 8)—Yesuus ‘isa hamaa’ sana dabalatee sirna Seexanaa irratti murtii Yihowaa raawwachuudhaan samii irratti Mootii taʼuu isaa ifa godha

Caqasoonni kun hinaaffaa fi miira ariitiitiin akka lallabdu kan si jajjabeessan akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi