LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 8
  • Bara Hongeen Jirutti Maal Gochuuf Qophooftaniittu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bara Hongeen Jirutti Maal Gochuuf Qophooftaniittu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obboloota Kee Amanuu ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Dhumni Barichaa Yeroo Dhihaachaa Jirutti Yihowaatti Amanami
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • “Yaa Yihowaa, . . . Ani Sin Amanadha”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Yihowaan Yeroo Hunda Wanta Sirrii Akka Raawwatu ni Amantaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 8
Muka qarqara bishaanii bira dhaabatee fi firii godhate

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Bara Hongeen Jirutti Maal Gochuuf Qophooftaniittu?

Amantiinii fi amannaan kan baayʼee wal qabatani dha. Fakkeenyaaf, amantii cimaan Yihowaan eegumsa akka nuuf godhuu fi akka nu kunuunsu amanannaa qabaachuuf nu gargaara. (Far 23:1, 4; 78:22) Yeroo dhuma sirna kanaatti caalaatti dhihaachaa deemnutti, miidhaan Seexanni geessisu dabalaa akka deemu eeguu dandeenya. (Mul 12:12) Maarree maaltu nu gargaara?

VIIDIYOO BARA HONGEEN JIRUTTI MAAL GOCHUUF QOPHOOFTANIITTU? JEDHAMU ILAALAA; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  1. Akka “muka” Ermiyaas 17:8 irratti ibsamee taʼuu kan dandeenyu akkamitti?

  2. Wantoota ‘hoʼa’ jedhaman keessaa tokko maali dha?

  3. “Mukichi” kan miidhame akkamitti? Maaliif?

  4. Wanti Seexanni balleessuu barbaadu maali dha?

  5. Akkuma imaltoota xiyyaaraa muuxannoo qabanii taʼuu kan dandeenyu karaawwan kamiini?

  6. Hojjetaa amanamaa fi ogeessatti amanamuu keenya itti fufuu kan qabnu maaliifi? Amanannaan keenya hoo kan qoramu akkamitti?

  7. Addunyaan nutti qoosus dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluutti amanamuu keenya itti fufuu kan qabnu maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi