LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Onkoloolessa ful. 8
  • Yihowaan Namoota Qulqulluu Taʼan ni Jaallata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Namoota Qulqulluu Taʼan ni Jaallata
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Namoota Qulqulluu Ni Jaallata
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Yihowaan Sabni Isaa Qulqulluu Akka Taʼan Barbaada
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
  • Tajaajiltoonni Waaqayyoo Qulqulluu Ta’uu Qabu
    Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa?
  • Waaqayyo Duratti Qulqulluu Taʼuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Onkoloolessa ful. 8
Obboleessi tokko Galma Walgaʼiitti mana fincaanii qulqulleessaa jira

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yihowaan Namoota Qulqulluu Taʼan ni Jaallata

“Harka keessan dhiqadhaa. Kutaa keessan qulqulleessaa. Lafa isaa qulqulleessaa. Kosii gataa.” Warri hedduun karaa qaamaa akkamitti qulqulluu taʼuu akka dandaʼan ijoollee isaanii ni barsiisu. Haa taʼu malee, qulqullina ilaalchisee duraan dursee qajeelfama kan kenne Waaqa keenya isa qulqulluu taʼe dha. (Bau 30:18-20; Kes 23:14; 2Qo 7:1) Qaama keenyas taʼe miʼawwan keenya qulqullinaan kan qabnu yoo taʼe Yihowaadhaaf ulfina kennina. (1Ph 1:14-16) Waaʼee mana keenyaa fi naannoo keenyaa hoo maal jechuutu dandaʼama? Namoota karaa irrattii fi bakka bashannanaatti kosii gatan irraa haala faallaa taʼeen, Kiristiyaanonni lafa qulqullinaan qabuuf wanta isaaniif dandaʼame hunda godhu. (Far 115:16; Mul 11:18) Akkaataan itti wantoota xixinnoo kan akka, qola karameellaa, haayilaandii ykn maastikaa itti gannu illee qulqullinaaf ilaalcha akkamii akka qabnu kan mulʼisu dha. Kallattii jireenya keenyaa hundaan, ‘akka tajaajiltoota Waaqayyootti of dhiheessuu’ barbaanna.—2Qo 6:3, 4.

VIIDIYOO WAAQAYYO NAMOOTA QULQULLUU TAʼAN NI JAALLATA JEDHAMU TAPHACHIISI, ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Namoonni tokko tokko miʼawwan isaanii qulqullinaan qabuu dhiisuu isaaniitiif sababii akkamii dhiheessu?

  • Seerri Musee ilaalcha Yihowaan qulqullinaaf qabu kan ibsu akkamitti?

  • Utuu waan tokko hin dubbatin waaʼee Yihowaa dhugaa baʼuu kan dandeenyu akkamitti?

Abbaan tokko konkolaataa ilma isaa isa xuraaʼe keessa yommuu seenu; abbaa fi ilmi waaʼee ulaagaawwan Yihowaan qulqullinaaf baasee haasaʼaa jiru; luboonni Israaʼel durii keessa turan lama dhiqachuuf miʼa dhiqannaa sibiila diimaa irraa hojjetame bira utuu jiranii; gareen tajaajilaa tokko konkolaataa qulqulluu mucaa sanaa keessaa yommuu baʼan

Jireenya dhuunfaa koo keessatti ilaalcha Yihowaan qulqullinaaf qabu calaqqisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi