LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 5
  • Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Lakkuu Wal Hin Fakkaanne
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Qabiyyee Uumamaa
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 5
Yaaqoob uffata Esaawu uffateera, naannoo laphee fi harka isaas gogaa reʼee uwwiseera, Yisihaaq immoo harka Yaaqoob qaqqabachaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 27-28

Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera

27:6-10, 18, 19, 27-29

Eebbi Yisihaaq Yaaqoobin eebbise raajii ture

  • Kaartaa biyyattii abdachiifamte argisiisu; lafti Israaʼeloonni argatan lafa gogaa warri Edoom argatan wajjin yeroo wal bira qabamu lafti isaan argatan baayʼee magariisaa fi lalisaa dha.

    27:28—Yihowaan sanyii Yaaqoobiif lafa gabbataa “aannanii fi damma baasu” kenneera.—Kes 26:15

  • 27:29—Israaʼeloonni (Sanyiin Yaaqoob) warra Edoom (Sanyii Esaawu) caalaa cimoo taʼaniiru.—Uma 25:23; 2Sa 8:14

  • 27:29—Warri Edoom Israaʼeloota waan jibbaniif abaaramaniiru, akkasumas yeroo booda balleeffamaniiru.—His 25:12-14

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi