LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 6
  • Bitootessa 30–Ebla 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 30–Ebla 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 6

Bitootessa 30–Ebla 5

UUMAMA 29-30

  • Faarfannaa 93 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yaaqoob Haadholii Manaa Fuudhe”: (Daq. 10)

    • Uma 29:18-20—Yaaqoob Raaheliin fuudhuuf waggaa torba Laabaaniin tajaajiluuf walii gale (w03-AM 10/15 29 key. 6)

    • Uma 29:21-26—Laabaan Yaaqoobiin gowwoomsuudhaan Liyaa kenneef (w07-AM 10/1 8-9; it-2-E 341 key. 3)

    • Uma 29:27-28—Yaaqoob haala rakkisaa isa mudate keessa darbeera

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • Uma 30:3—Raahel ijoolleen Bilhaan Yaaqoobiif deesse akkuma kan ishii taʼanitti kan dubbatte maaliifi? (it-1-E 50)

    • Uma 30:8, 24-25—Raahel haala abdii nama kutachiisu akkamiitu ishii mudate? Haa taʼu malee, eebba Yihowaa argachuuf maal goote? (w16.09 10 key. 7)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 30:1-21 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dubbisuu fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo, Kan Nama Ijaaruu fi Nama Jajjabeessu jedhamu taphachiisi; achiis birooshura Barsiisuu jedhamu qoʼannaa 16 irratti mariʼadhaa.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) bhs 59 key. 21-22 (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 57

  • “Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Namoota Qaroo Dhabeeyyii Taʼaniif Lallabuu”: (Daq. 10) Ilaaltu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Namoota qaroo dhabeeyyii taʼan gargaaruuf xiyyeeffannaa kennuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Namoota akkasii eessatti argachuu dandeenya? Isaan haasofsiisuu kan qabnu akkamitti? Namoota qaroo dhabeeyyii taʼan karaa hafuuraa akka guddatan gargaaruuf meeshaaleen akkamii qophaaʼaniiru?

  • Wantoota Jaarmiyichi Raawwate: (Daq. 5) Viidiyoo jiʼa Bitootessaatiif qophaaʼee fi Wantoota Jaarmiyichi Raawwate jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 91

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)

  • Faarfannaa 151 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi