LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Bitootessa ful. 6
  • Yaaqoob Haadholii Manaa Fuudhe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaaqoob Haadholii Manaa Fuudhe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yaaqoob Maatii Guddaa Qaba
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Yaaqoob Gara Kaaraan Dhaqe
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Yaaqoob Eebba Argachuu Qabu Argateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Bitootessa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 29-30

Yaaqoob Haadholii Manaa Fuudhe

29:18-28

Hiriyoota gaaʼelaa harka wal qabatanii, walitti siqanii taaʼanii waliin dubbachaa jiran. Fuuldura isaanii Kitaabni Qulqulluun baname jira.

Yaaqoob gaaʼela godhachuu isaatiin kan kaʼe rakkina gara fuulduraatti isa irra gaʼu dursee beekuu hin dandaʼu. Raahelii fi Liyaan masaanuuwwan wal morkatan taʼaniiru. (Uma 29:32; 30:1, 8) Rakkinni akkasii jiraatus, Yaaqoob Yihowaan isa gargaaraa akka jiru hubateera. (Uma 30:29, 30, 43) Yeroo booda, sanyiiwwan isaanii saba Israaʼel taʼuu dandaʼaniiru.—Rut 4:11.

Yeroo harʼaattis namoota gaaʼela godhachuu filatan irra rakkinni ni gaʼa. (1Qo 7:28) Haa taʼu malee, Yihowaatti amanamuudhaanii fi qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu hojii irra oolchuudhaan gaaʼela milkaaʼina qabuu fi gammachuu qabu qabaachuu ni dandaʼu.—Fak 3:5, 6; Efe 5:33.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi