LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • sjj far. 151
  • Isaan ni Waama

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Isaan ni Waama
  • Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Abdii Jireenya Barabaraa
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Bara Baraaf Jiraachuuf Abdii Qabna
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Dhugaa kan Ofii Godhadhu
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Jireenya Dhuma hin Qabne!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
Dabalataan Ilaaluuf
Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
sjj far. 151

FAARFANNAA 151

Isaan ni Waama

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

(Iyoob 14:13-15)

  1. 1. Lubbuun keenya akkuma hurrii ti,

    Har’aaf qofa jiraatti.

    Tasa baduu dandaʼa eenyummaan;

    Gaddaan yaaʼa imimmaan.

    Ni kaʼaa laata, yoo duʼe namni?

    Abdii kenneera Waaqni:

    (BUUSAA)

    Ni waama; isaaf owwaatu.

    Lubbuudhaan ni jiraatu.

    Innis hojii harkasaa

    Ni yaada, duʼaa kaasa.

    Amani, homaa hin shakkin,

    Yihowaan duʼaa kaasa.

    Bara baraaf jiraanna,

    Waan taaneef uumamasaa.

  2. 2. Duʼanis warri Waaqni jaallatu,

    Inni ʼsaan hin dagatu.

    Warra jiran yaadannoosaa keessa,

    Hirribaa ni dammaqsa.

    Achiis jireenya dhugaa dhandhamna,

    Bara baraaf jiraanna.

    (BUUSAA)

    Ni waama; isaaf owwaatu.

    Lubbuudhaan ni jiraatu.

    Innis hojii harkasaa

    Ni yaada, duʼaa kaasa.

    Amani, homaa hin shakkin,

    Yihowaan duʼaa kaasa.

    Bara baraaf jiraanna,

    Waan taaneef uumamasaa.

(Dabalataan, Yoh. 6:40; 11:11, 43; Yaq. 4:14 ilaali.)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi