Musee fi Aaron Faraʼoon dura dhaabbatanii jiru
Maree Fakkeenya Taʼu
●○ DHUGAA BAʼUUa
Gaaffii: Kan jiraannu guyyoota dhumaa keessa dhaa?
Caqasa: 2Xi 3:1-5
Yeroo Itti Aanuuf: Guyyoota dhumaa booda maaltu raawwatama?
○● DEDDEEBII GAAFFII
Gaaffii: Guyyoota dhumaa booda maaltu raawwatama?
Caqasa: Mul 21:3, 4
Yeroo Itti Aanuuf: Wanta Waaqayyo gara fuulduraatti raawwachuuf abdachiise argachuu kan dandeenyu akkamitti?
a Jiʼa kanaa jalqabee mareen fakkeenya taʼu maree dhugaa baʼuu fi deddeebii gaaffii qofa kan qabatu taʼa.