LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Guraandhala ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Guraandhala ful. 1
Abrahaam samii urjiiwwaniin guutametti quba qabaa Yisihaaqiin waaʼee Yihowaa barsiisaa jira. Saaraan immoo duuba isaanii dhaabbattee isaan ilaalaa jirti.

Abrahaam Yisihaaq isa mucaa xinnoo taʼe waaʼee Yihowaa barsiisaa jira

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Waaʼee gara fuulduraa beekuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Isa 46:10

Yeroo Itti Aanuuf: Yeroo ammaatti raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu kamfaa yeroo raawwataman argaa jirra?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Kitaaba ‘Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?’ jedhamuu fi birooshura ‘Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!’

    bhs 29 key. 2

  • fg barumsa 3 key. 2

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Yeroo ammaatti raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu kamfaa yeroo raawwataman argaa jirra?

Caqasa: 2Xi 3:1-5

Yeroo Itti Aanuuf: Gara fuulduraatti abdiiwwan nama gammachiisanii fi Waaqayyo raawwachuuf waadaa gale akkamii arganna?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Kitaaba ‘Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?’ jedhamuu fi birooshura ‘Misiraachoo Waaqayyo Biraa Dhufe!’

    bhs 98 key. 10

  • fg barumsa 1 key. 3

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Gara fuulduraatti abdiiwwan nama gammachiisanii fi Waaqayyo raawwachuuf waadaa gale akkamii arganna?

Caqasa: Isa 65:21-23

Yeroo Itti Aanuuf: Abdiiwwan kun akka raawwataman gochuu irratti Ilmi Waaqayyoo gahee akkamii qaba?

CAQASA KANA MEESHAALEE BARSIISUUF ITTI FAYYADAMNU KEESSAA BARBAADI:

  • Kitaaba ‘Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?’ jedhamu

    bhs 35 key. 20

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi