LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Waxabajjii ful. 2
  • Yoseef Obboloota Isaatiif Dhiifama Godheera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yoseef Obboloota Isaatiif Dhiifama Godheera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Kaaniif Dhiifama Gochuuf Qophaaʼoo Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • “Anatu Iddoo Waaqayyootti Ilaalamaa Ree?”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Yihowaan Waaqa Dhiifamni Isaa Guddaa Taʼedha
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Waaqa ‘Dhiifama Gochuuf Qophaaʼaa’ Taʼe
    Yihowaatti Dhihaadhu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Waxabajjii ful. 2
Yoseef eenyummaa isaa yeroo isaan beeksisu obboloonni isaa ajaʼibasiifannaadhaan isa ilaalaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 44-45

Yoseef Obboloota Isaatiif Dhiifama Godheera

44:1, 2, 33, 34; 45:4, 5

Keessumaa nama taʼe jedhee nu miidheef dhiifama gochuun baayʼee ulfaataa taʼuu dandaʼa. Yoseef yommuu obboloonni isaa miidhaa isa irraan geessisan dhiifama isaaniif gochuuf wanti isa gargaare maalidha?

  • Yoseef haaloo baʼuu mannaa dhiifama isaaniif gochuu akka barbaadu argisiiseera.—Far 86:5; Luq 17:3, 4

  • Aaruu fi mufachuu mannaa fakkeenya Yihowaa isa tola namaaf dhiisuu hordofeera.—Mik 7:18, 19

Dhiifama gochuu irratti fakkeenya Yihowaa hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleettonni lama Galma Walgaʼii keessatti waliin haasaʼaa jiru. 2. Obboloonni lama harka wal qabanii nagaa wal gaafachaa jiru.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi