LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 4
  • Musee fi Aaron Ija Jabina Guddaa Argisiisaniiru

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Musee fi Aaron Ija Jabina Guddaa Argisiisaniiru
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Museefi Aaron Fara’oon Duratti Dhihaatan
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • “Isa Ijaan Hin Argamne” Arguu Ni Dandeessuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Fakkeenya Amantii Musee Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 4
Musee fi Aaron Faraʼoon isa teessoo isaa irra taaʼee jiru dura dhaabbatanii jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 10-11

Musee fi Aaron Ija Jabina Guddaa Argisiisaniiru

10:3-6, 24-26, 28; 11:4-8

Musee fi Aaron Faraʼoon isa yeroo sanatti addunyaa irratti humna guddaa qabu yommuu haasofsiisanitti ija jabina guddaa argisiisaniiru. Wanti akkas gochuuf isaan gargaare maali dha? Kitaabni Qulqulluun Musee ilaalchisee, “Inni isa hin argamne Sana akka waan arguutti amantiitti cimee waan itti fufeef, dheekkamsa mootichaa utuu hin sodaatin amantiidhaan Gibxiin dhiisee baʼe” jedha. (Ibr 11:27) Musee fi Aaron Yihowaa irratti amantii cimaa qabu turan.

Haalawwan nama aangoo qabutti waaʼee amantii kee yeroo dubbattu ija jabina qabaachuu si gaafatan kamfaʼi?

Suuraawwan garaa garaa: Haalawwan ija jabina gaafatan. 1. Mucaa mana barumsaatti yeroo faaruu alaabaa faarfatanitti callisee dhaabbate. 2. Obboleessa abbootii murtii dura dhaabbatee jiru. 3. Dargaggeessa utuu poolisiin isa ilaaluu tajaajila irratti tiraaktii kennaa jiru.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi