LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Onkoloolessa ful. 7
  • Gaʼee Iddoowwan Aarsaa, Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaa Dhugaa Keessatti Qaban

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gaʼee Iddoowwan Aarsaa, Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaa Dhugaa Keessatti Qaban
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Guyyaan Araaraa Isiniif Hiika Akkamii Qaba?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • ‘Isa Kadhata Namaa Dhaga’utti’ Dhihaachuun Kan Danda’amu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • Kitaaba Lewwootaa Irraa Barumsa Akkamii Argachuu Dandeenya?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Mirga Mana Qulqullummaa Hafuuraa Keessatti Yihowaa Waaqeffachuuf Argattan Dinqisiifadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Onkoloolessa ful. 7
Keessi godoo qulqullaaʼaa fi maqaaniiwwan isaa akka mulʼataniif golgaan isaa ol dachaafamee jira. Isatti aanee kan jiru immoo miʼa bishaanii sibiila diimaa irraa tolfamee fi iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu dha.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BAʼUU 37-38

Gaʼee Iddoowwan Aarsaa, Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaa Dhugaa Keessatti Qaban

37:25, 29; 38:1

Iddoowwan aarsaa godoo qulqullaaʼaa kan ijaaraman akka qajeelfama Yihowaan kennetti yeroo taʼu, hiika addaa kan qaban turan.

  • Iddoo aarsaa ixaanaa.

    Yihowaan akkuma urgaan ixaana ogummaadhaan walitti makamee qophaaʼuu isa gammachiisu, kadhannaan fudhatama qabuu fi tajaajiltoonni isaa dhiheessanis isa gammachiisa

  • Iddoo aarsaa aarsaa gubamuu.

    Yihowaan aarsaawwan iddoo aarsaa irratti dhihaatan ni fudhata ture. Iddoon isaa godoo qulqullaaʼaa fuuldura taʼuun isaa, Waaqayyo duratti fudhatama argachuuf aarsaa furii Yesuus irratti amantii qabaachuun barbaachisaa taʼuu isaa nu yaadachiisa.—Yoh 3:16-18; Ibr 10:5-10

Kadhannaan keenya Waaqayyo duratti akkuma ixaana qopheeffamee akka taʼu gochuu kan dandeenyu akkamitti?—Far 141:2

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi