LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 6
  • Guyyaan Araaraa Isiniif Hiika Akkamii Qaba?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guyyaan Araaraa Isiniif Hiika Akkamii Qaba?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kitaaba Lewwootaa Irraa Barumsa Akkamii Argachuu Dandeenya?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • ‘Isa Kadhata Namaa Dhaga’utti’ Dhihaachuun Kan Danda’amu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2006
  • Gaʼee Iddoowwan Aarsaa, Godoo Qulqullaaʼaa Waaqeffannaa Dhugaa Keessatti Qaban
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Aarsaa Dhiheessaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 6
Lubni ol aanaan ixaanaa fi barbadaa ibiddaa qabatee Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu Taʼe seenaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEEWWOTA 16-17

Guyyaan Araaraa Isiniif Hiika Akkamii Qaba?

16:12-15

Akkaataa ixaanni Guyyaa Araaraatti faayidaa irra oolu irraa maal baranna?

  • Kadhannaan fudhatama qabuu fi tajaajiltoonni Yihowaa warri amanamoo taʼan dhiheessan akkuma ixaanaa ti. (Fr 141:2) Akkuma lubni ol aanaan yommuu Yihowaa duratti ixaana dhiheessu kabaja guddaa argisiisu, nutis yommuu kadhannaadhaan Yihowaa duratti dhihaannu sodaa fi kabaja guddaa argisiisuu qabna

  • Lubni ol aanaan aarsaa dhiheessuu isaa dura ixaana aarsuu qaba ture. Haaluma wal fakkaatun, Yesuusis lubbuu isaa aarsaa godhee dhiheessuu isaa dura, ejjennoo isaa eegee amanamummaadhaan jiraachuudhaan Yihowaan aarsaa isaa akka fudhatuuf haala mijeessuun isa barbaachisee ture

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Hiriyoonni gaaʼelaa tokko tajaajila dirreetiif erga qophaaʼanii booda kadhachaa jiru. 2. Hiriyoonni gaaʼelaa sun taableetii fayyadamanii nama taaksii oofuuf lallabaa jiru.

Aarsaan Yihowaadhaaf dhiheessu isa biratti fudhatama kan qabu taʼuu isaa akkamittan mirkaneeffachuu dandaʼa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi