LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 5
  • Aarsaa Galata Galchuuf Dhihaatu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Aarsaa Galata Galchuuf Dhihaatu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Galateeffannaa Keessan Argisiisaa
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Galateeffachuu kan Qabnu Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Kitaaba Lewwootaa Irraa Barumsa Akkamii Argachuu Dandeenya?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Hundumaa dura Mootummicha Barbaaduu Keessan Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 5
Maatiin Israaˈel tokko foon qalmaa araaraatiif dhihaate nyaachaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEWWOOTA 6-7

Aarsaa Galata Galchuuf Dhihaatu

7:11-15, 20

Qalmi araaraa Israaʼeloonni dhiheessaa turan, galateeffannaa Yihowaadhaaf qabnu kadhannaa keenyaanis taʼe amala keenyaan argisiisuun keenya hammam barbaachisaa akka taʼe nu yaadachiisa.—Flp 4:6, 7; Qol 3:15.

  • Yeroo kadhannu wantoota kamfaa adda baasnee caqasuudhaan Yihowaa galateeffachuu dandeenya?—1Ta 5:17, 18

  • Kan galateeffannu akka taane Yihowaatti argisiisuun keenya kan nu fayyadu akkamitti?

  • Namni tokko “maaddii jinniiwwanii irraa” kan nyaatu akkamitti taʼuu dandaʼa? Kun hoo qophii Yihowaatiif dinqisiifannaa akka hin qabne kan argisiisu akkamitti?—1Qo 10:20, 21

Dubartii Israaˈel gara ol ilaalaa jirtuu fi Yihowaa galateeffachaa jirtu takka.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi