LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Muddee ful. 4
  • Seerawwan Dhukkuba Nadaayii Ilaalchisee Kennaman Irraa Baradhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seerawwan Dhukkuba Nadaayii Ilaalchisee Kennaman Irraa Baradhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Gara Laafinaan Nama Dhukkuba Nadaayiitiin Qabame Fayyise
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
  • Bashannana Gaarii Filachuun Kan Danda’amu Akkamitti?
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Bashannana Filachuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Muddee ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEEWWOTA 12-13

Seerawwan Dhukkuba Nadaayii Ilaalchisee Kennaman Irraa Baradhaa

13:4, 5, 45, 46, 52, 57

Seerri buʼuuraa seera dhukkuba nadaayii ilaalchisee kenname duuba jiru waaʼee karaa hafuuraa fayyaa keenya eeggachuu maal nu barsiisuu dandaʼa?

  • Yihowaan dhukkuba nadaayii dafanii adda baafachuun kan dandaʼamu akkamitti akka taʼe luboota barsiiseera. Obboloonni tiksitoota taʼanis nama karaa hafuura gargaarsi barbaachisu kamiif iyyuu dafanii xiyyeeffannaa kennu.—Yaq 5:14, 15

  • Israaʼelonni miʼa dhukkuba nadaayiitiin faalame kam iyyuu akka hin tuqneef balleessuu qabu turan. Kiristiyaanonnis cubbuutti kan isaan geessan taanaan wantoota baayʼee jaallatan illee dhiisuuf fedhii qabaachuu qabu. (Mat 18:8, 9) Tarii wantoonni kun barsiifata, michummaa ykn bashannanna dabalachuu dandaʼu.

Dubartiin takka dhugaatii alkoolii garmalee dhuguu isa akkaataa jireenyaa ishii isa duraanii ture cimsitee mormaa jirti.

Kiristiyaanni tokko gargaarsa Yihowaa argachuuf fedhii cimaa akka qabu kan argisiisu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi