LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 16
  • Jiʼa Bitootessaa Yookiin Eblaatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu ni Dandeessaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jiʼa Bitootessaa Yookiin Eblaatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu ni Dandeessaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Hirmaannaa Tajaajilarratti Gootan Guddifachuuf Karoora Baafadhaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Carraawwan Dabalataa Yihowaadhaaf Galata Galchuuf Nu Gargaaran
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Hojii Yihowaa Isa Jajamaa Labsaa
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu Ni Dandeessaa?
    Tajaajila Mootummaa—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 16
Babalʼistoonni muraasni gaarii barreeffamaa qabatanii Galma Walgaʼii keessaa baʼaa jiru.

“Jaalalli Kiristoos nu dirqisiisa.”—2Qo 5:14

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jiʼa Bitootessaa Yookiin Eblaatti Qajeelchaa Gargaaraa Taʼuu ni Dandeessaa?

Tibba Ayyaana Yaadannootti caalaatti tajaajila irratti hirmaachuu ni barbaaddaa? (2Qo 5:14, 15) Jiʼa Bitootessaa fi Eblaatti obboloonni qajeelchitoota gargaaraa taʼan saʼaatii 30 ykn 50 gabaasuu dandaʼu. Sochii addaa kana irratti hirmaachuu kan dandeessu yoo taʼe, foormii guutiitii Koree Tajaajilaa gumii keessanitti kenni. Jiʼa jiʼaan, maqaan obboloota qajeelchaa gargaaraa taʼanii akka tajaajilan isaaniif heyyamamee gumichaaf ni beeksifama. Karaa kanaan, gumichi qajeelchitoota tajaajila irratti deggeruu dandaʼa. Hundi keenya iyyuu carraawwan tibba Ayyaana Yaadannootti nuuf banaman guutummaatti fayyadamuudhaan dandeettii tajaajila irratti qabnu haa guddifannu, akkasumas wal haa jajjabeessinu.—1Ta 5:11.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi