LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 5
  • Dandeettii Hubannaa Keessanii Leenjisuu Itti Fufaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dandeettii Hubannaa Keessanii Leenjisuu Itti Fufaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoo Gaarii Gochuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Amantii Qabaachuudhaan—Murtoo Ogummaa Irratti Hundaaʼe Godhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Murtoo Waaqayyoof Ulfina Fidu Godhi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Seensa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Public)—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 5

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Dandeettii Hubannaa Keessanii Leenjisuu Itti Fufaa

Atleetiin tokko dandeettii isaa gabbifachuuf maashaalee isaa leenjisuu isaa itti fufuu qaba. Haaluma wal fakkaatuun dandeettii hubannaa keenya leenjisuu fi eegnee itti fufuuf carraaqqii wal irra hin cinne gochuu qabna. (Ibr 5:14) Salphaadhumatti murtoo warri kaan godhan gochuu kan barbaannu taʼus, dandeettii hubannaa keenya hojjechiisuu fi murtoo mataa keenyaa gochuu barachuu qabna. Maaliif? Hundi keenya iyyuu waaʼee ofii keenyaa Waaqayyoof deebii kennina.—Rom 14:12.

Erga cuuphamnee waggaa dheeraa waan turreef qofa murtoo gaarii goona jennee yaaduu hin qabnu. Murtoo gaarii gochuuf Yihowaa, Dubbii isaa fi jaarmiyaa isaatti guutummaatti amanamuu qabna.—Iya 1:7, 8; Fak 3:5, 6; Mat 24:45.

VIIDIYOO “QALBII GAARII QABAADHAA JIRAADHAA” JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa, viidiyoo “Qalbii Gaarii Qabaadhaa Jiraadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Eemaa fi abbaan manaa ishii waraqaa affeerraa cidhaa ilaalaa jiru.

    Eemaan murtoo akkamii gochuun ishii barbaachisee ture?

  • Suuraa, viidiyoo “Qalbii Gaarii Qabaadhaa Jiraadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Eemiin ilaalcha mataa ishii cimsitee ibsaa jirti.

    Dhimmoota qalbiif dhiifaman irratti yaada dhuunfaa kennuu irraa of qusachuu kan qabnu maaliifi?

  • Suuraa, viidiyoo “Qalbii Gaarii Qabaadhaa Jiraadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Eemaan Chaarlatii fi Aalan gorsa gaafatte.

    Hiriyoonni gaaʼelaa tokko Eemaadhaaf gorsa gaarii akkamii kennan?

  • Suuraa, viidiyoo “Qalbii Gaarii Qabaadhaa Jiraadhaa” jedhamu irraa fudhatame. Eemaan “LAAYIBIRARII INTARNEETII IRRAA” fayyadamtee kompiitara ishiitiin qorannaa gochaa jirti.

    Eemaan haala keessa jirtu ilaalchisee odeeffannoo ishii gargaaru eessaa argatte?

Murtoo yeroon godhu maal irratti hundaaʼuun qaba?

  • Yaada dhuunfaa koo

  • Ilaalcha warra kaanii

  • Qajeelfama Kitaaba Qulqulluu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi