LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 13
  • Yeroo Hunda Yihowaa Sammuutti Qabadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Hunda Yihowaa Sammuutti Qabadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jeesan Worlids: Yihowaa Tajaajiluun Milkaaʼina Namaaf Argamsiisa Malee Wanta Nama Dhabsiisu Tokko Illee Hin Qabu
    Kitaabni Qulqulluun Jireenya Namootaa ni Jijjiira
  • Yihowaatti Maaltu Dhagaʼama?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Wanta Itti Dadhabdetti Gammadi
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Murtoo Gaarii Gochuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 13

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yeroo Hunda Yihowaa Sammuutti Qabadhaa

Yommuu hojii argachuun ulfaata taʼutti, Mootummichaa fi qajeelina Waaqayyoof dursa kennuun walʼaansoo gochuu gaafata. Hojii Yihowaa akka hin tajaajille gufuu nutti taʼu ykn qajeelfama Kitaaba Qulqulluu wajjin wal hin simne fudhachuuf qoramuu dandeenya taʼa. Haa taʼu malee, Yihowaan “warra garaan isaanii isa biratti guutuu taʼeef” jabina akka kennu mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya. (2Se 16:9) Abbaan keenya inni jaalala qabeessi akka nu hin gargaarre ykn wanta nu barbaachisu akka nuuf hin goone wanti isa dhowwu tokko illee hin jiru. (Rom 8:32) Kanaafuu, hojii ilaalchisee yommuu murtoo goonu, Yihowaatti amanamuu fi tajaajila keenya irratti xiyyeeffachuu keenya itti fufuu qabna.—Fr 16:8.

VIIDIYOO GARAA GUUTUUDHAAN YIHOWAADHAAF HOJJEDHAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa, viidiyoo “Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Hojjedhaa” jedhamu irraa fudhatame. Toomaas bakka hojiitti Jeesan yeroo mattaʼaa fudhachuu diduu ilaalaa jira.

    Jeesan mattaʼaa fudhachuu kan dide maaliifi?

  • Suuraa, viidiyoo “Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Hojjedhaa” jedhamu irraa fudhatame. Jeesan iddoo hojiitti kosii gataa jira.

    Qolosaayis 3:23 kan nuuf hojjetu akkamitti?

  • Suuraa, viidiyoo “Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Hojjedhaa” jedhamu irraa fudhatame. Jeesan Toomaasiin qoʼachiisaa jira.

    Fakkeenyi gaariin Jeesan Toomaas irratti dhiibbaa gaarii kan godhe akkamitti?

  • Suuraa, viidiyoo “Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Hojjedhaa” jedhamu irraa fudhatame. Jeesan fi Toomaas walgaʼii irratti hirmaachuuf yeroodhaan bakka hojiitii baʼaa jiru.

    Yihowaan murtoo fi gocha keessan irratti dhiibbaa akka godhu heyyamaa

    Maatewos 6:22 kan nuuf hojjetu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi