LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 9
  • Obboleettonni Yihowaa Caalaatti Tajaajiluu kan Dandaʼan Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Obboleettonni Yihowaa Caalaatti Tajaajiluu kan Dandaʼan Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obboleettota Deggeraa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Dubartootaaf Ilaalcha Yihowaan Qabu Qabduu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Karaawwan Tajaajila Kee Itti Balʼifattu
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
  • Kiristiyaanonni Carraaqqii Gochuu kan Qaban Maaliifi?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 9
Suuraa garaa garaa: Obboleettota gammachuudhaan hojii adda addaa hojjechaa jiran. 1. Obboleettiin takka tajaajilaa jirti. 2. Obboleettiin takka pirojektii ijaarsaa irratti hirmaachaa jirti. 3. Obboleettiin takka Galma Walgaʼii qulqulleessaa jirti. 4. Obboleettiin takka obboleettii maanguddoon takka taableetii ishiitti akkamitti akka fayyadamtu ishiitti argisiisaa jirti. 5. Obboleettiin takka intalli ishii walgaʼii irratti yaada akka kennitu ishii gargaaraa jirti. 6. Obboleettonni lama qorra keessa lallabaa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Obboleettonni Yihowaa Caalaatti Tajaajiluu kan Dandaʼan Akkamitti?

Obboleettonni hojii Mootummichaatiif gumaacha guddaa gochuu dandaʼu. (Fr 68:11) Namoota hedduu Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisu, akkasumas qajeelchitoota yeroo hundaa keessaa baayʼeen isaanii obboleettota dha. Obboleettonni kumaan lakkaʼaman Betʼel keessatti, misiyoonota taʼanii, hojii ijaarsaa irrattii fi hojii hiikkaa irratti jabaatanii hojjechaa jiru. Obboleettonni bilchaatoo taʼan maatii fi gumii isaanii cimsu. (Fak 14:1) Jaarsa ykn tajaajilaa gumii taʼanii tajaajiluu baatanis, galma baafachuu dandaʼu. Obboleettii yoo taate, karaawwan kamiin Yihowaa caalaatti tajaajiluu dandeessa?

  • Amalawwan Kiristiyaanaa horachuu.—1Xi 3:11; 1Ph 3:3-6

  • Obboleettota muuxannoo hin qabnee fi gumii keessa jiran gargaaruu.—Tit 2:3-5

  • Tajaajila irratti yeroo dabalata hojjechuu fi caalaatti buʼa qabeessa taʼuu

  • Afaan haaraa barachuu

  • Iddoo gargaarsi caalaatti barbaachisu deemuu

  • Betʼelitti tajaajiluu fi gamoowwan hojii tiʼookraasiitiif oolan ijaaruu irratti gargaarsa gochuuf foormii guutuu

  • Mana Barumsaa Labsitoota Wangeela Mootummichaa galanii barachuuf foormii guutuu

VIIDIYOO ‘DUBARTOOTA JABAATANII HOJII GOOFTAA HOJJECHAA JIRAN’ JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Yaanni obboleettonni kun kennan kan si jajjabeesse akkamitti?

Obboleettota viidiyoo “Dubartoota Jabaatanii Hojii Gooftaa Hojjechaa Jiran” jedhamu irratti mulʼatan sadan.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi