LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 16
  • Barattoonni Keessan Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan Isaan Gargaaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barattoonni Keessan Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan Isaan Gargaaraa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barattoonni Keessan Barsiifata Xuraaʼaa Akka Injifatan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barattoonni Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barattoonni Keessan Walgaʼii Irratti Akka Argaman Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 16

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRATTI ARGATTAN GUDDIFADHAA

Barattoonni Keessan Hiriyummaa Gadhee Irraa Akka Fagaatan Isaan Gargaaraa

Barattoonni Kitaaba Qulqulluu michoota Yihowaa taʼuudhaaf hiriyoota gaarii filachuu qabu. (Fr 15:1, 4) Hiriyoonni gaariin wanta sirrii akka hojjetan dhiibbaa isaan irratti godhu.—Fak 13:20; lff barumsa 48.

Barattoonni keessan hiriyummaa gadhee irraa akka fagaatan yommuu isaan gargaartanitti miira isaanii hubadhaa. Michoota isaanii addunyaa keessa jiran dhiisuun isaanitti ulfaachuu dandaʼa. Kanaafuu guyyaa isaan hin qoʼachiisnetti illee xiyyeeffannaa isaaniif kennaa. Tarii ergaa gabaabaa isaaniif erguu, isaaniif bilbiluu ykn dhaqxanii isaan gaafachuu dandeessu. Barattoonni keessan yommuu guddina godhanitti immoo, saba Waaqayyoo wajjin yeroo akka dabarsan isaan affeeruu dandeessu. Akkas taanaan wanta dhiisanii dhufan caalu akka argatan ifatti hubachuu dandaʼu. (Mar 10:29, 30) Isinis maatiin Yihowaa yommuu guddatu arguu keessanitti ni gammaddu.

VIIDIYOO BARATTOONNI KEESSAN HIRIYUMMAA GADHEE IRRAA AKKA FAGAATAN ISAAN GARGAARAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Hiriyummaa gadheen kan akkamiiti?—1Qo 15:33

  • Saaraan yeroon Kiristiyaanonni waliin dabarsan kan akkamii akka taʼe yaaddee turte?

  • Saaraan hiriyummaa gadhee hiriyummaa gaariidhaan akka bakka buustu Maartaan kan ishii gargaarte akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi