LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 15
  • Barattoonni Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barattoonni Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barattoonni Keessan Barsiifata Xuraaʼaa Akka Injifatan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Barattoonni Keessan Nyaata Hafuuraa Akka Of Sooran Isaan Barsiisaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Garaa Namootaa Tuqaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 15

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRATTI ARGATTAN GUDDIFADHAA

Barattoonni Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa

Yihowaan jaalalaan kakaanee akka isa tajaajillu barbaada. (Mat 22:37, 38) Barattoonni Kitaaba Qulqulluu jijjiirama barbaachisu akka godhanii fi qorumsa keessatti jabaatanii akka dhaabbatan kan isaan gargaaru jaalala Waaqaaf qabani dha. (1Yo 5:3) Akka cuuphaman kan isaan kakaasus jaalaluma Waaqayyoof qabani dha.

Jaalala Waaqayyo isaaniif qabu akka hubatan barattoota keessan gargaaraa. Gaaffiiwwan kana isaan gaafadhaa: “Kun waaʼee Yihowaa maal si barsiise?” ykn “Kun jaalala Waaqayyo siif qabu kan argisiisu akkamitti?” Yihowaan dhuunfaatti isaan gargaaraa kan jiru akkamitti akka taʼe akka hubatan isaan gargaaraa. (2Se 16:9) Yihowaan kadhannaa dhimma tokko ilaalchisee dhiheessitan akkamitti akka isiniif deebise isaanitti himaa, akkasumas Yihowaan kadhannaa isaanii akkamitti akka isaaniif deebisu akka hubatan gargaaraa. Barattoonni keenya yeroo jaalala Yihowaan isaaniif qabu hubatanii fi isaa wajjin hariiroo cimaa uuman arguun baayʼee nama gammachiisa.

VIIDIYOO BARATTOONNI KITAABA QULQULLUU KEESSAN YIHOWAA WAJJIN HARIIROO DHUUNFAA AKKA QABAATAN ISAAN GARGAARAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA

  • Viidiyoo “Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa” jedhamu irraa suuraa fudhatame. Saaraan wanti bilbilaan dhagaʼaa jirtu waan ishii dhiphisee fakkaata.

    Rakkinni akkamii Saaraa mudatee ture?

  • Viidiyoo “Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa” jedhamu irraa suuraa fudhatame. Maartaan Saaraa wajjin haasaʼaa jirti.

    Maartaan Saaraa kan gargaarte akkamitti?

  • Viidiyoo “Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa” jedhamu irraa suuraa fudhatame. Saaraan akkaataa Yihowaan ishii gargaare irratti yaadaa jirti.

    Saaraan rakkinicha kan moote akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi