LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 7
  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Garaa Namootaa Tuqaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Barattoonni Keessan Yihowaa Wajjin Hariiroo Dhuunfaa Akka Qabaatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 7
Hiriyoonni gaaʼelaa Dhugaa Baatota Yihowaa taʼan tokko buufata lafa jalaa keessatti utuu gaarii barreeffamaatti fayyadamanii dhugaa baʼanii nama tokkoof tiraaktii kennaa jiru.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRAA ARGATTAN GUDDIFADHAA

Gaaffii Gaafadhaa

Yihowaan inni “Waaqa gammadaa taʼe” tajaajila irraa gammachuu akka argannu barbaada. (1Xi 1:11) Hammuma dandeettii keenya fooyyeffachuuf carraaqnu gammachuun keenyas ni guddata. Gaaffii gaafachuun fedhii namaa kakaasa, akkasumas maree jalqabuun akka nutti salphatu godha. Gaaffii gaafachuun keenya namoonni wanta tokko irratti akka yaadan isaan kakaasa. (Mat 22:41-45) Nama tokko gaaffii isa gaafannee yeroo isa dhaggeeffannu, ‘Ati ana biratti iddoo guddaa qabda’ ergaa jedhu dabarsaa jirra. (Yaq 1:19) Deebiin namni sun kennu wanta mareen keenya irratti xiyyeeffachuu qabu beekuuf nu gargaara.

VIIDIYOO GAMMACHUU BARATTOOTA GOCHUUN ARGAMSIISU ARGADHAA—DANDEETTII KEESSAN FOOYYEFFADHAA—GAAFFII GAAFACHUUDHAAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Gaaffii Gaafachuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraan baabura keessatti barcuma ishiin irra teesse irra akka teessu dubartii maanguddoo tokko affeeraa jirti.

    Saaraan amalawwan gaggaarii kamfaa akka qabdu argisiisteetti?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Gaaffii Gaafachuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Maartaan Saaraa wajjin wal baruuf harka ishii diriirsitee jirti.

    Maartaan xiyyeeffannaa akka kennite argisiisuuf gaaffiitti kan fayyadamte akkamitti?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Gaaffii Gaafachuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraan gaaffii Maartaan ishii gaafatteef deebii kennaa jirti.

    Maartaan fedhii Saaraa misiraachichaaf argisiiste guddisuuf gaaffiitti kan fayyadamte akkamitti?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Gaaffii Gaafachuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Maartaan caqasa tokko erga dubbisanii booda Saaraa gaaffii gaafachaa jirti.

    Maartaan Saaraan dhimmicha irratti akka yaaddu gargaaruuf gaaffiitti kan fayyadamte akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi