LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Bitootessa ful. 13
  • Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Garaa Namootaa Tuqaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Barattoonni Keessan Barsiifata Xuraaʼaa Akka Injifatan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Bitootessa ful. 13

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRATTI ARGATTAN GUDDIFADHAA

Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa

Dubbiin Waaqayyoo humna qaba! (Ibr 4:12) Garaa namoota Waaqayyoon hin beekne illee tuquu ni dandaʼa. (1Ta 1:9; 2:13) Namni tokko dhugaa Kitaaba Qulqulluu itti himnee dinqisiifannaa akka qabu yommuu argisiisu baayʼee gammanna.

VIIDIYOO GAMMACHUU BARATTOOTA GOCHUUN ARGAMSIISU ARGADHAA—DANDEETTII KEESSAN FOOYYEFFADHAA—HUMNA DUBBIIN WAAQAYYOO QABU AKKA HUBATAN GARGAARUUDHAAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Maartaan yeroo Saaraan caqasa dubbistu dhaggeeffachaa jirti.

    Maartaan gorsa Dubbii Waaqayyoo hordofuun sirrii taʼu isaa akka hubattu Saaraa gargaaruuf humna Dubbiin Waaqayyoo qabutti kan fayyadamte akkamitti?

  • Suuraa ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraan sagalee ishii ol kaastee caqasa dubbisaa jirti.

    Maartaan Saaraan caqasicha sagalee ishii ol kaastee akka dubbistu gochuudhaan, akkasumas yaada ijoo adda baastee caqasuudhaan humna Dubbiin Waaqayyoo qabutti kan fayyadamte akkamitti?

  • Suuraa ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Humna Dubbiin Waaqayyoo Qabu Akka Hubatan Gargaaruudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraan Maartaatti kolfaa jirti.

    Caqasichi garaa Saaraa akka tuqe wanti argisiisu maali dha? Yeroo kanatti Maartaatti maaltu dhagaʼame jettee yaadda?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi