LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 16
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo (Bitootessa 19–Ebla 15)
  • Dhugaa Baʼuua (Bitootessa 1-18, Ebla 16-30)
  • Deddeebii Gaaffiib
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 16
Hiriyoota gaaʼelaa Galma Walgaʼiidhaa alatti namoota miira hoʼaadhaan simachaa jiran tokko.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo (Bitootessa 19–Ebla 15)

“Ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruu barbaanna. Ayyaanichi ayyaana yaadannoo duʼa Yesuusi.” Waraqaa affeerrii isa maxxanfame ykn isa bifa elektiroonikiitiin jiru kenniif. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera [ykn intarneetiidhaan hordofuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe ibsa]. Kana malees, haasaa addaa ayyaana kana torbee tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”

Fedhii Yoo Qabaate: Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu itti argisiisi [ykn ergaa gabaabaadhaan ykn iimeeliidhaan ergiif.]

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Dhugaa Baʼuua (Bitootessa 1-18, Ebla 16-30)

Gaaffii: Yesuus eenyu?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Deddeebii Gaaffiib

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Aarsaa furii Yesuusiif dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

a b Gaaffii fi yeroo itti aanuuf isa jedhu, akkasumas yoomessa isaa akka naannoo keessaniif taʼutti jijjiiruu dandeessu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi