LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Ebla ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • DUULA WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 23–Ebla 19):
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Ebla ful. 1
Hiriyoonni gaaʼelaa tokko nama gara Ayyaana Yaadannoo dhufe yommuu simatan

Namni haaraan gara Ayyaana Yaadannoo dhufe tokko yommuu simatamu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Yesuus eenyu ture?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Dinqisiifannaa aarsaa furii Yesuusiif qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Dinqisiifannaa furii aarsaa Yesuusiif qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: Yoh 17:3

Yeroo Itti Aanuuf: Walgaʼiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaa irratti maaltu raawwatama?

DUULA WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 23–Ebla 19):

Ayyaana adda taʼe tokko irratti akka argamtu si afeeruu barbaanna. Waraqaan afeerrii kun kan kee ti. Jimaata, Ebla 11, 2011 (Ebla 19, 2019) namoonni addunyaa maratti argamanii fi miliyonaan lakkaaʼaman, duʼa Yesuus Kiristoos kabajuuf walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun naannoo keenyatti itti geggeeffamu qabateera. Kana malees, haasaa mata dureen isaa “Jireenya Dhugaa Argachuuf Carraaqaa!” jedhuu fi ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si afeerra.

Fedhii kan Argisiisu Yoo Taʼe Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi