LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 16
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DUULA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 11–Ebla 4)
  • DHUGAA BAʼUU (Bitootessa 1-10, Ebla 5-30)
  • DEDDEEBII GAAFFII
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 16
Yesuus ergamoota isaa amanamoo taʼan wajjin Irbaata Gooftaa hundeessaa jira.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Maree Fakkeenya Taʼu

DUULA AFFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 11–Ebla 4)

“Ayyaana adda taʼee fi namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman irratti argaman tokko irratti akka argamtu si affeeruu barbaanna. Ayyaanichi ayyaana yaadannoo duʼa Yesuusi.” Waraqaa affeerrii isa maxxanfame ykn isa bifa elektiroonikiitiin jiru kenniif. “Waraqaan affeerrii kun saʼaatii fi iddoo ayyaanichi naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera. Kana malees, haasaa addaa ayyaana kana torbee tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si affeerra.”

Fedhii Yoo Qabaate: Viidiyoo Duʼa Yesuus Yaadadhaa jedhamu itti argisiisi [ykn ergaa gabaabaadhaan ykn iimeeliidhaan ergiif].

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

DHUGAA BAʼUU (Bitootessa 1-10, Ebla 5-30)

Gaaffii: Yesuus eenyu?

Caqasa: Mat 16:16

Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

DEDDEEBII GAAFFII

Gaaffii: Yesuus kan duʼe maaliifi?

Caqasa: Mat 20:28

Yeroo Itti Aanuuf: Aarsaa furii Yesuusiif dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi