LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Bitootessa ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • DUULA WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 23–Ebla 19):
  • Maree Fakkeenya Ta’u
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Bitootessa ful. 1
Obboleessi Afriikaa Kibbaa tokko nama Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisutti viidiyoo argisiisaa jira

Afriikaa Kibbaatti nama Kitaaba Qulqulluu qoʼatu gargaaruuf viidiyootti fayyadamuu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Kaayyoon Waaqayyo namootaaf qabu maali dha?

Caqasa: Uma 1:28

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka galmaan gaʼu akkamitti beekna?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Waaqayyo kaayyoo namootaaf qabu akka galmaan gaʼu akkamitti beekna?

Caqasa: Isa 55:11

Yeroo Itti Aanuuf: Waaqayyo yommuu kaayyoo isaa galmaan gaʼu jireenyi maal fakkaata?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Waaqayyo yommuu kaayyoo isaa galmaan gaʼu jireenyi maal fakkaata?

Caqasa: Far 37:10, 11

Yeroo Itti Aanuuf: Kaayyoo Waaqayyoo irraa fayyadamuuf maal gochuu qabna?

DUULA WARAQAA AFEERRII AYYAANA YAADANNOO (Bitootessa 23–Ebla 19):

Ayyaana adda taʼe tokko irratti akka argamtu si afeeruu barbaanna. Waraqaan afeerrii kun kan kee ti. Jimaata, Ebla 11, 2011 (Ebla 19, 2019) namoonni addunyaa maratti argamanii fi miliyonaan lakkaaʼaman, duʼa Yesuus Kiristoos kabajuuf walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun naannoo keenyatti itti geggeeffamu qabateera. Kana malees, haasaa mata dureen isaa “Jireenya Dhugaa Argachuuf Carraaqaa!” jedhuu fi ayyaana kana torban tokko dursee dhihaatu irratti akka argamtu kabajaan si afeerra.

Fedhii Kan Argisiisu Yoo Taʼe Yeroo Itti Aanuuf: Yesuus kan duʼe maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi