LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 6
  • Gargaarsa Yihowaatti Amanami

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gargaarsa Yihowaatti Amanami
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Waaqa Haqaa ti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kennaan Dhiheessaa Jirtu Aarsaadhaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Amnoon Ofittoo Taʼuun Isaa Gadda Cimaa Geessise
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gargaarsa Yihowaatti Amanami

Yihowaan iyya nuti gargaarsa argachuuf dhageessisnu ni dhaga’a (2Sa 22:7)

Yihowaan diina kam iyyuu caalaa jabaadha (2Sa 22:14-18; cl 22 key. 11)

Yihowaan nu gargaaruuf amanamummaadhaan tarkaanfii fudhata (2Sa 22:26; w10-AM 6/1 26 key. 4-6)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleettiin shamarreen tokko yommuu haati ishii ishiitti iyyituu fi barreeffama ishii ciccirtu teessee lafa ilaalaa jirti. 2. Obboleettiin kun Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jirti. 3. Galma Walga’iitti obbolootaa wajjin haasa’a jirti.

Yihowaan rakkina nu irra ga’u balleessuu ni danda’a. Haa ta’u malee, yeroo baay’ee hafuura qulqulluu, Dubbii isaa fi obboloota keenyatti fayyadamuudhaan rakkina nu mudate akka dandamannu nu gargaara. (Fr 55:22) Gargaarsa Waaqayyoo argachuuf maalfaa gochuu dandeenya?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi