BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Kennaan Dhiheessaa Jirtu Aarsaadhaa?
Daawit oobdii Arawunaa irratti iddoo aarsaa tokko akka ijaaru ajajamee ture (2Sa 24:18)
Arawunaan gaarummaadhaan lafichaa fi beeladoota aarsaa ta’an kennuuf yaada dhiheesse (2Sa 24:21-23)
Daawit aarsaa gatii itti hin baasne dhiheessuuf tole hin jenne (2Sa 24:24, 25; it-1-E 146)
Yihowaan hojii Mootummichaa babal’isuuf jennee yeroo, humnaa fi qabeenya keenya fedhiidhaan yommuu aarsaa goonu ni gammada. (w12 1/15 18 key. 8) “Aarsaa galataa” dhiheessitu dabaluuf galma akkamii baafachuu dandeessa?—Ibr 13:15.