LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 14
  • Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Amnoon Ofittoo Taʼuun Isaa Gadda Cimaa Geessise
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kennaan Dhiheessaa Jirtu Aarsaadhaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Waaqa Haqaa ti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Waaqa Birmadummaa Namaa Kennu Tajaajilaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 14
Abishaalom, tajaajiltoonni isaa fi Israaʼelonni kan biroon utuu isa ilaalanii nama isa duratti jilbeenfate tokko jilbeenfatee yommuu haasofsiisu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera

Abishaalom ofii isaaf kabaja addaa argachuu barbaade (2Sa 15:1; it-1-E 860)

Abishaalom garaa sabichaa hate (2Sa 15:2-6; w12 7/15 13 key. 5)

Abishaalom mootummaa abbaa isaa humnaan fudhachuuf yaale (2Sa 15:10-12; it-1-E 1083-1084)

Aangoo argachuuf hawwuun garaa keenya keessatti hundee akka godhatu heyyamuu hin qabnu. Kanaa mannaa yeroo hunda fedhii keessa keenya jiru qoruu qabna. Xiyyeeffannaa warra kaanii ofitti harkisuu mannaa, faayidaa isaaniif xiyyeeffannaa kennuu qabna.—Flp 2:3, 4.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi