LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 16
  • Tibba Ayyaana Yaadannootti Galma Baafadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Tibba Ayyaana Yaadannootti Galma Baafadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Guyyaa Waggicha Keessaa Hundarra Caaluuf Qophoofteettaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Yihowaan Carraaqqii Ayyaana Yaadannoo Kabajuuf Goonu Nuuf Eebbisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Tibbi Ayyaana Yaadannoo Kan Nama Gammachiisu Akka Taʼu Godhaa!
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Tibbi Ayyaana Yaadannoo Hirmaannaa Tajaajilaa Guddifachuuf Gargaara!
    Tajaajila Mootummaa—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 16

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Tibba Ayyaana Yaadannootti Galma Baafadhaa

Waggaa waggaadhaan sabni Yihowaa Ayyaana Yaadannoo waliin kabajuuf hawwiidhaan eeggatu. Torbeewwan Ayyaanicha duraa fi booda jiranitti, carraawwan addaa Yihowaa isa furicha kennaa godhee nu kenne jajachuu fi galateeffachuuf nuuf banamanitti fayyadamuu barbaanna. (Efe 1:3, 7) Fakkeenyaaf, namoonni ayyaanicha irratti akka argaman affeeruuf wanta nuuf dandaʼame hunda goona. Obboloonni tokko tokko immoo jiʼa Bitootessaa fi Eblaatti gargaaraa qajeelchaa taʼuudhaan saʼaatii 30 ykn 50 deebisuuf haala isaanii mijeessu. Tibba Ayyaana Yaadannootti gumaacha tajaajila irratti gootu guddisuu barbaaddaa? Milkaaʼina argachuuf maaltu si gargaara?

Yeroo baayʼee dursinee yeroo karoorfannu wanta hedduu raawwachuu dandeenya. (Fak 21:5) Tibbi Ayyaana Yaadannoo dafee waan gaʼuuf karoora baafachuu jalqabuu kan qabnu ammadha. Tibba Ayyaana Yaadannootti tajaajila kee balʼifachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe yaadi, akkasumas galma kee irra gaʼuudhaaf wanta gochuu dandeessu irratti xiinxali. Achiis Yihowaan carraaqqii kee akka siif eebbisu kadhadhu.—1Yo 5:14, 15.

Tibba Ayyaana Yaadannootti karaawwan tajaajila kee balʼifachuu itti dandeessu tokko tokko yaaduu dandeessaa?

Galma

Galma Koo Irra Gaʼuuf Wantan Gochuu Qabu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi