LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 11
  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Guddina Gochaa Jirtu Galmeessi
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Wanti Ati hin Beekne Akka Jiru Gad Of Qabuudhaan Amanii Fudhadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Tajaajila Keenyatti Caalaatti Gammaduu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 11

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu

Ogummaan Waaqayyo biraa argamu akkuma qabeenya dhokfamee gatii guddaa qaba. (Fak 2:1-6) Ogummaan abshaalota akka taanuu fi murtoo gaarii akka goonu nu gargaara. Akkasumas eegumsa nuuf godha. Kanaaf ogummaan “wanta baayʼee barbaachisaa” taʼedha. (Fak 4:5-7) Qabeenya hafuuraa Dubbii Waaqayyoo keessa jiru qotanii baasuun carraaqqii gochuu gaafata. Guyyaa guyyaadhaan “halkanii fi guyyaa” Dubbii Waaqayyoo dubbisuudhaan carraaqqii keenya kana jalqabuu dandeenya. (Iya 1:8) Yaadawwan dhaabbataadhaan Dubbii Waaqayyoo dubbisuu fi dubbisa keenyatti gammaduuf nu gargaaran tokko tokko hubadhu.

VIIDIYOO DARGAGGOOTA DUBBII WAAQAYYOO JAALLACHUU BARATAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Dargaggoonni kun Kitaaba Qulqulluu guyyaa guyyaadhaan dubbisuu irratti rakkinni akkamii isaan mudatee ture? Wanti isaan gargaare hoo maalidha?

  • Suuraa, Viidiyoo “Dargaggoota Dubbii Waaqayyoo Jaallachuu Baratan” jedhamu irraa fudhatame. Meelaanii.

    Meelaanii

  • Suuraa, Viidiyoo “Dargaggoota Dubbii Waaqayyoo Jaallachuu Baratan” jedhamu irraa fudhatame. Saamuʼel.

    Saamuʼel

  • Suuraa, Viidiyoo “Dargaggoota Dubbii Waaqayyoo Jaallachuu Baratan” jedhamu irraa fudhatame. Seeliin.

    Seeliin

  • Suuraa, Viidiyoo “Dargaggoota Dubbii Waaqayyoo Jaallachuu Baratan” jedhamu irraa fudhatame. Raafaaʼeloo.

    Raafaaʼeloo

SAGANTAA DUBBISA KITAABA QULQULLUU KOO:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi