LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 5
  • Miidhaa Cimaa Ajajamuu Diduun Geessisu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Miidhaa Cimaa Ajajamuu Diduun Geessisu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Miidhaa Cimaa Ajajamuu Diduun Geessisu

Israaʼelonni tokko tokko saboota waaqolii tolfamoo waaqeffatanii wajjin gaaʼelaan walitti firooman (Iz 9:1, 2; w06-AM 1/15 20 key. 1)

Ajaja ifa taʼee fi Yihowaan isaaniif kenne fudhachuu didanii turan (Iz 9:10-12)

Ajajamuu diduun isaanii ofii isaanii irrattis taʼe maatii isaanii irratti miidhaa guddaa geessiseera (Iz 10:10, 11, 44)

Obboleettiin nama dhugaa baatu Yihowaa hin taane tokkootti heerumtee fi mucaa godhatte takka, yeroo karaa hafuuraa cimtuu itti turte hawwuudhaan yaadaa jirti. Fuulduraa ishii sijaaraa xuuxametu jira. Abbaan manaa ishii machaaʼee soofaa irra ciisee jira.

Ajajni Yihowaa hundi faayidaa keenyaaf jedhamee kenname. (w09-AM 10/1 10 key. 6) Ajajamuun yeroo ammaatti rakkina hedduu irraa nu eega, gara fuulduraattimmoo eebba dhuma hin qabne nuuf argamsiisa.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yihowaadhaaf ajajamuun koo miidhaa hin barbaachisne irraa kan na eege akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi