LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 14
  • Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Hojii . . . Kana Keessa hin Seeninaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Miidhaa Cimaa Ajajamuu Diduun Geessisu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Amalli Izraa Yihowaaf Ulfina Fideera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 14

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Izraa jedhamu taphachiisi.]

Israaʼeloota akka gadhiisuuf Yihowaan hafuura Qiiros Mootichaa kakaaseera (Iz 1:1-3; w22.03 14 key. 1)

Yihowaan mana qulqullummaa deebisanii akka ijaaraniif hafuura saba isaa kakaaseera (Iz 1:5; w17.10 26 key. 2)

Obboleessi tokko Kitaaba Qulqulluu fayyadamuudhaan obboleessa tokkoo fi haadha manaa isaa ishii garmalee madooftee jirtuu fi hospitaala ciistee jirtu jajjabeessaa jira.

Atis yoo of dhiheessite Yihowaan fedhii isaa raawwachuuf wanta inni barbaade akka taatu si gochuu dandaʼa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi