LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Caamsaa ful. 15
  • Maree Jalqabuudhaan Gammachuu Argadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Jalqabuudhaan Gammachuu Argadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Warra “Kakaʼumsa Sirrii Qaban” Dafaa Gargaaraa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Guddina Gochaa Jirtu Galmeessi
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Wanti Ati hin Beekne Akka Jiru Gad Of Qabuudhaan Amanii Fudhadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Caamsaa ful. 15

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Maree Jalqabuudhaan Gammachuu Argadhaa

Karaa al idileetiin maree jalqabuun karaawwan gammachiisoo fi buʼaa qabeeyyii dhugaa itti baanu keessaa isa tokkodha. Taʼus, akkaataa yaada Kitaaba Qulqulluu itti dhiheessinu irratti garmalee kan xiyyeeffannu yoo taʼe marii jalqabuun nu sodaachisuu dandaʼa. Maal jettee dhugaa akka baatu garmalee yaaddaʼuu mannaa, nama sanaaf akka yaaddu agarsiisuuf carraaqi. (Mat 22:39; Flp 2:4) Yeroo maree gootutti waaʼee dhugaa ibsuuf carraa yoo argatte, meeshaaleen si gargaaruuf qophaaʼan hedduun jiru.

Meeshaaleen armaan gadiitti ibsaman mataduree maree keessan gidduutti kaʼe tokko irratti hundooftee dhugaa baʼuuf kan si gargaaran akkamitti?

Kaardii Teessoo JW.ORG.
Asxaa jw.org.
Fakkiiwwan garaa garaa: Tiraaktota garaa garaa. 1. “Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda?” 2. “Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?” 3. “Maatiin Gammachuu Akka Argatu kan Godhu Maalidha?” 4. “Addunyaa Kana kan To’atu Eenyudha?” 5. “Rakkinni ni Badaa?” 6. “Namoonni Du’an Deebi’anii Jiraachuu Danda’uu?” 7. “Mootummaan Waaqayyoo Maalidha?” 8. “Gaaffiiwwan Gurguddaa Jireenya Keessatti Nu Mudataniif Eessaa Deebii Argachuu Dandeenya?”

VIIDIYOO ‘SIBIILLI SIBIILA QARA’—MAREE JALQABUU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFII ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Tarkaanfiiwwan sadan dandeettii maree jalqabuu keenya nuuf guddisan kamfaʼi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi