LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 2
  • “Hojii . . . Kana Keessa hin Seeninaa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Hojii . . . Kana Keessa hin Seeninaa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Yihowaan Akka Sitti Fayyadamu Heyyami
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼan Matumaa hin Gatinaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Yihowaatti Amanami—Yoom?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Hojii . . . Kana Keessa hin Seeninaa”

Dhorkaan jiraatus, Yeshuwaa Lubni Olaanaanii fi Zarubaabel inni Bulchaa taʼe mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu irratti dursa fudhataniiru (Iz 5:1, 2; w22.03 18 key. 13)

Mormitoonni hojichi akka hojjetamu eenyu akka ajaje yommuu gaafatan, Yihudoonni labsii Qiiros baase caqasan (Iz 5:3, 17; w86-E 2/1 29, saanduqa key. 2-3)

Mootichi labsii kanaan dura ture sana raggaasise, akkasumas mormitoonni kun hojicha keessa seenuu akka dhiisan ajaje (Iz 6:7, 8; w22.03 15 key. 7)

Obboleettiin sagantaa JW Biroodkaastingii ilaalaa jirtu takka yeroo Zarubaabelii fi Yeshuwaa inni Luba Olaanaa taʼe Israaʼelota mana qulqullummaa deebisanii ijaaraa jiraniif qajeelfama kennan yaadaan ilaalaa jirti.

KANA IRRATTI XIINXALI: Seenaan Kitaaba Qulqulluu kun, qajeelfama namoota Yihowaan akka geggeessaniif muude irraa kennamee fi guutummaatti hin hubanneef ajajamuuf kan nu gargaaru akkamitti?—w22.03 19 key. 16.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi