LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Adoolessa ful. 13
  • Waggaa Tajaajilaa Haaraaf Galmawwan Akkamii Baafatteetta?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waggaa Tajaajilaa Haaraaf Galmawwan Akkamii Baafatteetta?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2025-2026 kan Ilaaltuun Olaanaa Aanaa Irratti Argamu
  • Gaaffilee Armaan Gadiitiif Deebii Argadhu
    Sagantaa Walgaʼii Aanaa 2025-2026 kan Bakka Buʼaan Waajjira Damee Irratti Argamu
  • Uumaa Kee Jajachuuf Galmawwan Hafuuraa Baafadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2004
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Adoolessa ful. 13
Karaa jajalʼaa galmawwan hafuuraa baafachuu dandeenyu agarsiisu. Mallattoowwan qoʼannaa dhuunfaa, hojii lallabaa, amaloota Kiristiyaanaa fi dandeettii barsiisuu argisiisan karicha irratti maxxanfamanii jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Waggaa Tajaajilaa Haaraaf Galmawwan Akkamii Baafatteetta?

Galmawwan hafuuraa caalaatti guutummaatti Yihowaa tajaajiluu fi isa gammachiisuuf jecha wanta jabaannee hojjennu hundumaa dabalatu. Galmawwan akkasii dhugaa keessatti guddina akka goonu waan nu gargaaraniif, yeroo fi humna keenya aarsaa gochuufiin keenya kan nama gaabbisiisu miti. (1Xi 4:15) Galmawwan keenya yeroo yerootti gamaaggamuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Sababiin isaas haalawwan ni jijjiiramu. Galmi kanaan dura baafanne amma kan bira gaʼuu hin dandeenye taʼuu dandaʼa ykn galmicha irra waan geenyeef kan biraa baafachuun nu barbaachisa taʼa.

Yeroo gaariin galmawwan keenya gamaaggamuu itti dandeenyu waggaan tajaajilaa haaraan jalqabuu isaa dura dha. Waaqeffannaa maatii keessan irratti dhimma kana irratti mariʼachuudhaan galmawwan dhuunfaa fi maatii tokko tokko baafachuu ni dandeessuu?

Haalawwan armaan gadii ilaalchisee galmawwan akkamii qabda, galmawwan kana irra gaʼuufoo tarkaanfiiwwan akkamii fudhachuuf karoorfatteetta?

Dubbisa Kitaaba Qulqulluu, qoʼannaa dhuunfaa, walgaʼii irratti argamuu, yaada kennuu.—w02-AM 6/15 14-15 key. 14-15

Tajaajila dirree.—w23.05 27 key. 4-5

Amalawwan Kiristiyaanaa.—w22.04 23 key. 5-6

Kan biroo:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi