LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 4
  • Yeroo Namoota Jajjabeessitan Fakkeenya Eliifaaz hin Hordofinaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Namoota Jajjabeessitan Fakkeenya Eliifaaz hin Hordofinaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warra Kaaniif Kadhachuun Yihowaa ni Gammachiisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Jechoota Gaarummaa Argisiisaniin Warra Kaan Jajjabeessaa!
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • “Balleessaa Malee Jiraachuu Koo Irraa hin Deebiʼu!”
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
  • “Namni Waaqa Fayyaduu Dandaʼaa?”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Namoota Jajjabeessitan Fakkeenya Eliifaaz hin Hordofinaa

Eliifaaz Iyyoobiin ilmaan namoota matumaa Waaqayyoon gammachiisu hin dandaʼan jedheera (Iyo 15:14-16; w05-AM 9/15 26 key. 4-5)

Eliifaaz, Iyyoob hamaa akka taʼee fi rakkinni kan isa irra gaʼaa jirus sababa kanaan akka taʼe ibseera (Iyo 15:20)

Wanti Eliifaaz dubbate Iyyoobiin hin jajjabeessine (Iyo 16:1, 2)

Eliifaaz utuu jajjabeessitoonni sobaa lamaa isa ilaala jiranii Iyyoob isa guutummaa qaama isaa mada⁠a⁠ʼetti quba qabaa jira.

Wanti Eliifaaz Iyyoobitti dubbate sobadha. Yihowaan carraaqqii isa tajaajiluuf goonuuf bakka guddaa kenna. (Fr 149:4) Namoonni qajeeloo taʼanillee rakkinni isaan irra gaʼuu akka dandaʼu eegu qabu.—Fr 34:19.

KANA IRRATTI XIINXALI: Karaa ‘warra dhiphatan jajjabeessuun’ dubbachuu kan dandeenyu akkamitti?—1Ta 5:14; w15 2/15 9 key. 16.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi