LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwfq mataduree 29
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiriʼeeshiniizimiitti Ni Amanuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiriʼeeshiniizimiitti Ni Amanuu?
  • Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaʼee Dhugaa Baatota Yihowaa Maal Beekta?
    Dammaqaa!—2016
  • Seenaa Uumamaa Dhokatee Jiru
    Dammaqaa!—2014
  • Waaqayyo Hawaa Uumuu kan Jalqabe Yoomi?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Saayinsii fi Seenaa Kitaaba Uumamaa
    Jireenyi Uumamaan Argamee?
Dabalataan Ilaaluuf
Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
ijwfq mataduree 29

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kiriʼeeshiniizimiitti Ni Amanuu?

Lakki. Dhugaa Baatonni Yihowaa wanta hundumaa kan uume Waaqa akka taʼe amanu. Haa taʼu malee, wantoonni kun hundi guyyoota saʼaatii 24 qaban jaʼa keessatti uumaman yaada jedhuu wajjin walii hin gallu. Maaliif? Wanti Kiriʼeeshinistoonni itti amanan hedduun yaada Macaafa Qulqulluu wajjin waan wal faallessuufi dha. Fakkeenyota armaan gadii lamaan ilaali:

  1. Dheerina Guyyoota Uumamaa Jaʼanii. Kiriʼeeshinistoonni tokko tokko guyyoonni uumamaa jaʼan dheerina saʼaatii 24 qabu jedhanii falmu. Haa taʼu malee jechi “guyyaa” jedhu Macaafa Qulqulluu keessatti dheerina yeroo murtaaʼe tokkoo argisiisuu dandaʼa.—Uumama 2:4; Faarfannaa 90:4.

  2. Umrii lafaa. Kiriʼeeshinistoonni tokko tokko umriin lafaa waggaa kuma muraasaan lakkaaʼamu qofa akka taʼe barsiisu. Haa taʼu malee, Macaafni Qulqulluun bantiiwwan waaqaa fi lafti guyyoota uumamaa jaʼan dura akka turan ibsa. (Uumama 1:1) Sababa kanaan kan kaʼe, Dhugaa Baatonni Yihowaa qorannoo saayinsii amansiisaa taʼee fi lafti umrii biliyoonaan lakkaaʼamu qabdi jedhu hin morman.

Dhugaa Baatonni Yihowaa uumamatti kan amanan taʼus, saayinsii hin morman. Saayinsiin dhugaa fi Macaafni Qulqulluun akka wal hin faallessine amanna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi