LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Fulbaana 8-14
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Fulbaana

FULBAANA 8-14

FAKKEENYA 30

Faarfannaa 136 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

1. “Hiyyeessas Taʼe Sooressa Na hin Godhin”

(Daq. 10)

Gammachuu dhugaa kan argamsiisu badhaadhinatti utuu hin taʼin Yihowaatti amanamuudha (Fak 30:8, 9; w18.01 24-25 key. 10-12)

Namni sassattuu taʼe yeroo hundumaa wanta dabalataa barbaada (Fak 30:15, 16; w17.5 25-26 key. 15-17)

Qajeelfamni Kitaaba Qulqulluu liqii hin barbaachisnee fi dhiphinarraa isin oolcha (Fak 30:24, 25; g19 Lakk. 3 10 key. 4-5)

Intalli xinnoon takka saantima xaarmusii keessa yeroo buustu haati ishii gammachuudhaan ilaalaa jirti.

YAADA WAAQEFFANNAA MAATIITIIF TAʼU: Maatiidhaan taʼaatii ilaalcha maallaqaaf qabdan gamaaggamaa.—w24.06 13 key. 18.

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 30:26—Osoleerraa maal baranna? (w09 4/15 17 key. 11-13)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 30:1-14 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Marii jalqabuuf Masaraa Eegumsaa Lakk. 1 2025tti fayyadami. (lmd barumsa 1 qabxii 3)

5. Hordofii Gargaari

(Daq. 4) LALLABA ADDABAABAAYII. (lmd barumsa 9 qabxii 3)

6. Wanta Itti Amantu Ibsi

(Daq. 4) Haasaa. ijwbq mata duree 102—Mata Duree: Qumaarri Cubbuu Dhaa? (th qoʼannaa 7)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 80

7. Nagaa Sobaatiin hin Gowwoomfaminaa!—Chibisaa Siilmaanii

(Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

VIIDIYICHA taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Murtoo gammachuu fi nagaa dhugaa argamsiisu gochuu ilaalchisee muuxannoo Obboleessa Siilmaaniirraa maal barattan?

8. Viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate Jedhuu fi Jiʼa Fulbaanaatiif Qophaaʼe

(Daq. 10) VIIDIYICHA taphachiisi.

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 16-17

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 128 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Waxabajjii

Mata Duree Qoʼannaa 27: Fulbaana 8-14, 2025

20 Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Dhugaa Cinaa Akka Dhaabbatan Gargaaraa

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi