LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Torbee Kana
Fulbaana 15-21
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—2025 | Fulbaana

FULBAANA 15-21

FAKKEENYA 31

Faarfannaa 135 fi Kadhannaa | Yaada Seensaa (Daq. 1)

QABEENYA DUBBII WAAQAYYOO KEESSA JIRU

Haati takkaa fi intalli ishii soofaarra taaʼanii marii gammachiisaa gochaa jiru.

1. Barumsa Gorsa Haati Tokko Ilma Ishiitiif Kenniterraa Argannu

(Daq. 10)

Ilaalcha Yihowaan saalqunnamtii fi gaaʼelaaf qabu ijoollee keessan barsiisaa (Fak 31:3, 10; w11 4/1 19 key. 7-8)

Ilaalcha Yihowaan dhugaatii alkooliidhaaf qabu akka qabaatan ijoollee keessan barsiisaa (Fak 31:4-6; ijwhf mata duree 4 key. 11-13)

Ijoolleen keessan akkuma Yihowaa namoota akka gargaaran barsiisaa (Fak 31:8, 9; g17.6 9 key. 5)

2. Albuuda Hafuuraa

(Daq. 10)

  • Fak 31:26—Fakkeenyi 31:26 dandeettii warra kaan wajjin walii galuu horachuuf kan isin gargaaru akkamitti? (w23.12 21 key. 12)

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa barumsa akkamii argatte?

3. Dubbisa Kitaaba Qulqulluu

(Daq. 4) Fak 31:10-31 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

4. Marii Jalqabuu

(Daq. 3) KARAA ALIDILEE TAʼEEN DHUGAA BAʼUU. Nama dubbii ykn gochasaatiin gaarummaa argisiise tokko wajjin marii jalqabi. (lmd barumsa 5 qabxii 3)

5. Marii Jalqabuu

(Daq. 4) MANAA GARA MANAA. Kutaa dabalataa A birooshura Namoota Jaalladhu jedhamuurraa “Dhugaawwan Namoota Barsiisuu Jaallannu” keessaa tokko itti himi. (lmd barumsa 1 qabxii 4)

6. Hordofii Gargaari

(Daq. 5) MANAA GARA MANAA. Nama Masaraa Eegumsaa Lakk. 1 2025 fudhate haasaa addaarratti akka argamu affeeri. (lmd barumsa 7 qabxii 4)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Faarfannaa 121

7. Ijoolleen Keessan Meeshaalee Eleektiroonikiitti Ogummaadhaan Akka Fayyadaman Gargaaraa

(Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu.

Mucaa xinnoo appilikeeshinii moobaayilii ykn taableetiirra jirutti fayyadamu argitanii beektuu? Yeroo baayʼee ijoolleen meeshaalee eleektiroonikiitti fayyadamuun isaanitti salphata! Meeshaalee eleektiroonikiitti fayyadamuu baruuf yeroo baayʼee gargaarsi kan isaan hin barbaachisne taʼus, ogummaadhaan itti fayyadamuuf garuu gargaarsi isaan barbaachisa. Warra yoo taatan, mucaan keessan meeshaalee eleektiroonikiitti ogummaadhaan akka fayyadamu leenjisuu kan dandeessan akkamitti?

Fakkii viidiyoo “Yerootti Akka Gaariitti Itti Fayyadamuu” jedhamurraa fudhatame. Soofiyaan qarqara galaanaatti yeroo bashannantu taableetii tuttuqaa waan jirtuuf doolfiiniin kubbaa yeroo taphatu ishii darbaa jira.

VIIDIYOO Yerootti Akka Gaariitti Itti Fayyadamuu jedhamu taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu:

  • Yeroo meeshaalee eleektiroonikiitti fayyadamuudhaan dabarsinu daangessuun gaarii kan taʼi maaliifi?

  • Wantoonni yeroo ramaduufii qabnu kan biroon maalfaʼi?

Maatii keessaniif seera yeroo baastan, wantuma warri kaan godhan gochuu mannaa qajeelfama Kitaaba Qulqulluu hordofaa. (Gal 6:5) Fakkeenyaaf, akkana jedhaa of gaafadhaa:

  • Mucaan koo murtoo gaarii gochuu akka dandaʼu argisiiseeraa? Meeshaa eleektiroonikii kootti fayyadamuu ykn kan ofiisaa qabaachuu akka dandaʼuuf sirriitti akka of toʼatu natti argisiiseeraa?—1Qo 9:25

  • Mucaan koo yeroo kophaa taʼu meeshaa eleektiroonikiitti akka fayyadamu heyyamuufiin qabaa?—Fak 18:1

  • Mucaa kootiif heyyamuu kanan qabu appilikeeshinootaa fi weebsaayitoota kamfaadha? Heyyamuufii kan hin qabnehoo kan akkamiiti?—Efe 5:3-5; Flp 4:8, 9

  • Mucaan koo sochiiwwan gammachiisoo fi barbaachisoo taʼan kaanirratti hirmaachuufis yeroo akka qabaatuuf, meeshaalee eleektiroonikii akka fayyadamu yeroo hammamiin isaaf heyyamuu qaba?—Lal 3:1

8. Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa

(Daq. 7)

9. Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii

(Daq. 30) lfb barumsa 18-19

Yaada Xumuraa (Daq. 3) | Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

Baafata Mata Duree
Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa)—2025 | Adoolessa

Mata Duree Qoʼannaa 28: Fulbaana 15-21, 2025

2 Gorsa Gaafachuu kan Qabnu Maaliifi?

Dubbisa Dabalataa

Maxxansa kana keessatti matadureewwan kan biroo

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi